Iccitii Gosa Dhiigaa

Iccitii Gosa Dhiigaa

Abdisa Kalbesa

20,73 €
IVA incluido
Disponible
Editorial:
OProud
Año de edición:
2024
Materia
Sociedad y cultura: general
ISBN:
9781763510708
20,73 €
IVA incluido
Disponible

Selecciona una librería:

  • Librería Samer Atenea
  • Kálamo Books
  • Librería Elías (Asturias)
  • Librería Kolima (Madrid)
  • Librería Proteo (Málaga)

Hidda dhala namaa walitti hidhan keessaa, hiddi Sanyii ykn eenyummaan isa tokko kan ta’eefi seenaa waloo dhala namaa keessatti dhiibbaa mataasaa qabaachaa har’a ga’ee jira. Garuu hiddoota dhala namaa walitti hidhan keessaa, inni murteessaafi adda duree ta’e, jechuunis ’Eenyummaan Namummaa’ ni argama. Kunis GOSA DHIIGAA; Sanyii, halluu gogaafi dhaala maatii keenyarraa dhaallu kamiinuu ol kan ta’edha. Ogummaa uumamaa ajaa’ibsiisaa kan bulbula baayoloojii fi seelotaa akkasumas pilaazimaarraa dhangi’ame kanatu akka lubbuun jiraannu nu taasisa. Gosni dhiigaa kunneen, hojii isaanii raawwachuu malee; sanyummaa, olaantummaafi gad-aantummaa namummaa kamuu irraa bilisa. Falaasamootaafi aadaa hawaasni ijaarrate; jiraatanis, jiraachuu baatanis, onneen ni dhahatti, dhiigni qaama keenya keessa tamsa’ee naanna’uun jireenya itti fufsiisa.Dhiigni wal nama hincaalchisu. Sanyii, koorniyaafi seenaa jireenyaa irratti hundaa’uun loogii hingodhu. Kaayyoon isaa kan nama hundaa walqixxummaatti, kutannoodhaan sooruufi jireenya itti fufsiisu raawwachuudha. Humni dhiigaa kun walqixxummaa bu’uuraa dhala namaa hunda gidduu jiru kan hubachiisu yoo ta’u, adda addummaa keenya caalaa wal fakkenya keenya nu yaadachiisa. Kitaabni 'Iccitii Gosa Dhiigaa: Miira Sanyummaan Gamatti' jedhu, adeemsa barnoota akkaadaamii qofa osoo hintaane, adeemsa itti hiika namummaa gadi fageenyaan keessatti hubannudha. Ofii, gosa dhiiga keessanii beektu?

Artículos relacionados

  • The Gandhian Iceberg
    Chris D Moore-Backman
    The Gandhian Iceberg presents a bold, new interpretation of Gandhian nonviolence from the rare perspective of an author who is equal parts writer, scholar, and frontlines practitioner. The book faces the current crisis of climate change and the intensification of social unrest around the world, and calls for a new convergence of serious, spiritually-rooted US nonviolence activi...
    Disponible

    11,52 €

  • Contemporary Developments in Child Protection
    Nigel Parton
    Volume 1 "Policy Changes and Challenges" takes as its central theme the ongoing and challenging issues which child protection agencies have to address and the policy and practice initiatives that are developed to try and address these. The volume includes papers on: the relationship between the decline in the rate of ‘unnatural’ deaths and the growth of concern about child abus...
  • Diversity in Information Technology Education
    Goran Trajkovski
    ...
  • Model-Driven Software Development
    Model-driven software development (MDSD) drastically alters the software development process, characterized by a high degree of innovation and productivity. However, quality assurance application in the domain of software models and model-driven software development is still in an emergent phase. Model-Driven Software Development: Integrating Quality Assurance provides in-depth...
  • Evidence-Based Practice in Nursing Informatics
    Andrew Chasin
    Because of the constant advances and dynamics within the nascent field of nursing informatics, many nurses struggle in practice as they continue to try and apply habitual communication practices in the new environment without any critical reflection on, and adaptation of, those practices. Evidence-Based Practice in Nursing Informatics: Concepts and Applications serves as a valu...
  • Actor-Network Theory and Technology Innovation
    Arthur Tatnall
    About 25 years ago, the first developments of ANT (Actor-Network Theory) took place, but it wasn’t until much later that researchers began to take it seriously. In the late 1990s, ANT began to take hold in the scientific community as a new and exciting approach to socio-technical research and social theory. Actor-Network Theory and Technology Innovation: Advancements and New Co...

Otros libros del autor

  • Biyya Lafaa Ifaafi Soogidda Hinqabne
    Abdisa Kalbesa
    Biyyi lafaa dhangaa Soogiddaafi qara ifaa hinqabne; ona. Biyyi lafaa akkasii wareegama Kiristiyaanonni lafa kanarratti abdii barabaraatiif kanfalan, cilee diba. Sababnisaa, Kiristiyaanotni akka Soogiddaafi Ifa biyya lafaa ta’anii warra dibamanidha. Soogiddi; dhamdhamaafi lubbuu dhamaa dhangaa tokkof kenna. Ifni ammoo; ija dukkanaa dura dhaabata, daandii mul’isee akeeka, daawwit...
    Disponible

    20,79 €

  • Blood Ties
    Abdisa Kalbesa
    Blood, the life force that pulses through our veins, serves as a powerful symbol of our shared humanity. It is a tangible reminder that beneath the surface, we are all connected by a common bond that transcends societal divisions. Regardless of our differences in wealth, power, or social status, our blood flows with the same life-giving vitality, indifferent to the external lab...
    Disponible

    36,52 €