Inicio > Humanidades > Religión y creencias > Biyya Lafaa Ifaafi Soogidda Hinqabne
Biyya Lafaa Ifaafi Soogidda Hinqabne

Biyya Lafaa Ifaafi Soogidda Hinqabne

Abdisa Kalbesa

20,79 €
IVA incluido
Disponible
Editorial:
OProud
Año de edición:
2025
Materia
Religión y creencias
ISBN:
9781763510746
20,79 €
IVA incluido
Disponible

Selecciona una librería:

  • Librería Samer Atenea
  • Kálamo Books
  • Librería Elías (Asturias)
  • Librería Kolima (Madrid)
  • Librería Proteo (Málaga)

Biyyi lafaa dhangaa Soogiddaafi qara ifaa hinqabne; ona. Biyyi lafaa akkasii wareegama Kiristiyaanonni lafa kanarratti abdii barabaraatiif kanfalan, cilee diba. Sababnisaa, Kiristiyaanotni akka Soogiddaafi Ifa biyya lafaa ta’anii warra dibamanidha. Soogiddi; dhamdhamaafi lubbuu dhamaa dhangaa tokkof kenna. Ifni ammoo; ija dukkanaa dura dhaabata, daandii mul’isee akeeka, daawwitii abdiiti. Maarree, Soogiddaafi ifa malee, biyyi lafaa kun, hiika guutuu miireffannu hin qabaattu turte. Himmoonni Kunneen lamaan, irree Kiristiyaanotaa bitaafi mirgaati. Mul’anniifi galmi kiristiyaanotaa soogiddaafi ifa biyya lafaa ta’uudha. Kana yoo jennu maal jechuu keenya? Gochaafi dubbiin isaanii weedduu jijjiiramaafi qajeelummaati jechuudha. Abuurraafi eenyummaa isaanii kanaaf Kiristiyaanonni yeroo bitamuufi ajajamuu dadhabanidha, kan biyyi lafaa rakkoo hudhaa ta’e keessa seentu. Har’as biyya lafaa kana keessatti, hir’inniifi rakkoon nuti arginu caalmaan, maddi isaa kanadha. Har’a, dukkannifi hadhaa’umman biyya lafaa keessa guutee jiru kun, kiristiyaanoonni dirqama isaanii akka ba’aniifi rakkoo naannoo isaanii jiru irratti jijjiirama akka fidaniif dibbee waamichaa taasisa. Biyya lafaa kiristiyaanonni ga’ee isaanii hinraawwanne keessatti soogiddiifi ifni jiraachuu dhibuun isaa; hawaasa mi’aa, kallattiifi kaayyoo hinqabne fidaa deema. Amantoonni gahee ergamtoota jijjiiramaafi ambaasaaddara jaalalaa ta’anii yeroo jiraatan, biyya lafaa keessatti dhiibbaa qabaachuufi jijjiirama fiduu akka danda’an, kitaabni kun yaadachiisa cimaadha.

Artículos relacionados

  • Cultural Diversity, Worship, and Australian Baptist Church Life
    Baptist congregations in Australia face two important and contemporary challenges: to remain faithful and to regain relevance. The authors featured in this volume model the innovative and imaginative responses that are required to meet those challenges. Pastors, Christian leaders, and theological educators together address congregational innovation and cultural transition. At...
    Disponible

    18,20 €

  • Out of yOur Hands
    Shelah D. Sandefur / Shelah DSandefur
    Most can remember a time when you knew that things were Out of yOur Hands.      I can recount several times in my life when I did not know what to do; when I felt overwhelmed by grief or pain haunted my heart.  At times, I wanted to give up.  In my desperation, I would cry out to God, “Help me, please...”.  Each time, although I may not have realized His presence at the time, G...
    Disponible

    11,96 €

  • Kabbalah Dictionary
    Rabbi Raphael Afilalo
    ...
    Disponible

    28,03 €

  • Resurrection
    Neville Goddard
    An Exact reprint of a lost spiritual classic by Neville Goddard. Contains the complete text of the books, Prayer-The Art of Believing, Feeling is the Secret, Freedom For All, Out of this World and ResurrectionIntroduction I can think of no greater privilege then to republish 'Resurrection' by Neville Goddard. As more and more of his first editions are disappearing, it is impor...
    Disponible

    23,42 €

  • Thomas Merton and the Celts
    Monica Weis
    Thomas Merton and the Celts offers a new lens through which to view Merton’s life and spirituality. By examining unpublished letters, notebooks, and taped conferences for the Trappist novices--previously unavailable to the general reader--the author breaks new ground in Merton studies, revealing Merton’s growing fascination with his Welsh ancestry, Celtic monasticism, and early...
  • Orthodoxy
    G. K. Chesterton / GKChesterton
    In Orthodoxy, Gilbert K. Chesterton explains how and why he came to believe in Christianity. In the book, Chesterton takes the spiritually curious reader on an intellectual quest. While looking for the meaning of life, he finds truth that uniquely fulfills human needs. This is the truth revealed in Christianity. Chesterton likens this discovery to a man setting off from the sou...

Otros libros del autor

  • Iccitii Gosa Dhiigaa
    Abdisa Kalbesa
    Hidda dhala namaa walitti hidhan keessaa, hiddi Sanyii ykn eenyummaan isa tokko kan ta’eefi seenaa waloo dhala namaa keessatti dhiibbaa mataasaa qabaachaa har’a ga’ee jira. Garuu hiddoota dhala namaa walitti hidhan keessaa, inni murteessaafi adda duree ta’e, jechuunis ’Eenyummaan Namummaa’ ni argama. Kunis GOSA DHIIGAA; Sanyii, halluu gogaafi dhaala maatii keenyarraa dhaallu ka...
    Disponible

    20,73 €

  • Blood Ties
    Abdisa Kalbesa
    Blood, the life force that pulses through our veins, serves as a powerful symbol of our shared humanity. It is a tangible reminder that beneath the surface, we are all connected by a common bond that transcends societal divisions. Regardless of our differences in wealth, power, or social status, our blood flows with the same life-giving vitality, indifferent to the external lab...
    Disponible

    36,52 €