Librería Samer Atenea
Kálamo Books
Librería Elías (Asturias)
Librería Kolima (Madrid)
Librería Proteo (Málaga)
The king of a rich and peaceful town comes up with a plan that he believes will make him even richer. When things do not go the way he expects, he does not solve the problem. Instead, he lets his anger lead him to make an even worse decision. Will the king learn that greed can cost more than it gains? Mootiin magaalaa badhaatuu fi nagaa qabeessa taate tokko karoora inni caalaatti nan duroomsa jedhee amanu uuma. Yeroo dubbiin akka ati eegdeetti hin deemiin hafu, rokkoo uumame hin furu. Gama biraan, aariin isa murtoo baay’ee badaa ta’e akka inni murteessu isa taasisa. Mootichi sassatummaan isa waan inni argate caalaa badii cimaa fiduu akka danda’u barateeraa?