Librer铆a Samer Atenea
Librer铆a Aciertas (Toledo)
K谩lamo Books
Librer铆a Perell贸 (Valencia)
Librer铆a El铆as (Asturias)
Donde los libros
Librer铆a Kolima (Madrid)
Librer铆a Proteo (M谩laga)
Kitaabni Walabummaa Hafuuraa jedhu kun fayyinaafi walabummaa karaa adda ta鈥檈en namootaaf ni argamsiisa. Ijoolleen Waaqayyoo humna fannootin akka bilisa ba鈥檃n kan gargaaran furtuulee gara garaa ni dhiheessa (Romaa 8:21). Kadhannaaleefi Labsiilen kitaaba kana keessatti argaman ardiilee ja鈥檃n keessatti yaaliin itti taasifameera. Namoota bilisa baasuf, hidhaa dhalootaa gara dhalootaa darbu kan bara baraa cabsuudhan ragoota Kiristoos kan firii buusan taasisuuf akka dandeessisu mirkanaa鈥檈e jira.