Librería Samer Atenea
Kálamo Books
Librería Elías (Asturias)
Librería Kolima (Madrid)
Librería Proteo (Málaga)
Gatiin kee qarshii baankii keessa jiruun,hojii ati hojjattuun ,ykn yaada namoota birootin waan madaalamu sitting fakkaataa? Addunyaa yeroo hundumaa milkaa’ummaa Kenyan numadaaltu kana keessatti,eenyummaa eenyummaa Kenya is a dhugaa argachuu qabna. 'Kitaaba gatiin kee meeqa jedhu kanaan barreessaa Darajjee Beekaa eenyummaa kee is a dhugaa fi gatiikee akka beektuuf karaa siif saaqa. Kitaaba kana keessatti>>Dhugaa waa’ee eenyummaa keetii sibarsiisu>>maalif yeroonkee fi sammuun kee is a hunda caalu akka ta’e>>dandeettii kee fi kennaa addaa sikeessa jiru akkamitti akka mul’istu>>sodaa fi of tuffachuu keessaa ba’uudhaan akkamitti jireenya mo’ichaa akka jiraattu sit I argisiisa.