Ethiostar Translation & Localization / Mohammed Umar
Librería Samer Atenea
Kálamo Books
Librería Elías (Asturias)
Librería Kolima (Madrid)
Librería Proteo (Málaga)
Fajar lives in the city and her dream is to visit her grandparents who live in the village for sometime. Fajar loves her grandparents and they love her too. To make her dream come true, her parents take Fajar and her brother to see their grandparents. Let us follow Fajar and see why she enjoys visiting her grandparents. Faajaar magaalaa keessa jiraatti, abjuun ishee immoo akkoo fi akaakayyuu ishee baadiyyaa jiraatan yeroo muraasaaf dhaqtee daawwachuudha. Faajaar akkoo fi akaakayyuu ishee ni jaallatti, isaanis ishee ni jaallatu. Abjuun ishee akka dhugoomuuf, warri ishee Faajaar fi obboleeyyan ishee akka akkoo fi akaakayyuu isaanii daawwataniif geessan. Mee Faajaar duukaa bu’uudhaan maaliif akkoo fi akaakayyuu ishee daawwachuu akka jaallattu haa ilaallu.